Nuti Sheer Itiyoophiyaatti Abaaboo Roozii omishna. Tilmaaman gara hojjettoota 12,500 ta’antu Abaaboo Roozii biqilchuu, sassaabuu, mana abaaboon itti saamsuu irratti maasii sadi keessatti hojjechaa jiru. Hammi Abaaboo Roozii miliyoona 2.5 hanga miliyoona 4 ta’u guyyaa guyyaatti qophaa’ee gara buufata xiyyaaraa finfinnee iddoo gara gabaa Awrooppaa itti raabsamutti ergama. Kunis biqilchitoota Abaaboo Roozii addunyaa keessa tokkoffaa fi dheemshitoota Abaaboo Roozii Awurooppaa nu taasisa.
Akka ijotti dhimma ilaalamu qabu
Waa'ee bilisa kaarboonii hunda dubbisaa
sheer Itiyoophiyaan kaarboonii irraa bilisa dha.
Waggoota dhiyoo keessatti, kaarboonii irraa bilisomuun kaayyoolee naannoo sheer Itiyoophiyaa ta’aa jira. Akka kaampaaniitti haalojii kaarboonii irraa bilisa ta’uu keenya dhihoo kanatti arganne labsuu keenyan baay’isnee kan ittiin boonu dha. Kana jechuunis faanaan keenya kaarboonii omishaa fi gurgurtaa Abaaboo Roozii keenyaa bilisa taasisa. |
Dhugaa fi fakkiiwwan
Itti Fufiinsa Qabaachuu
Dabalata Dubbisaa
Taliigaa ilbiisotaa qindaa'aa
Abaaboowwan Roozii biqilchuu keessatti dhukkubni fi Ilbisoonni waan hin hafnee dha. Garuu,akkamiin dhukkubbii fi ilbiisonni kunnen to’atamuun isaanii kan hin hafnee miti. Sheer Itiyoophiyaan tooftaalee baayooloojikaalawaa fi keemikaalan ala ta’an cimsaa jira. |
Gumaacha keenya kaayyoowwan guddinaa mootummoota gamtoomanii (UN) walitti fufiinsa qabu ilaaluuf fedha qabeessaa?
Viidiyoo