Overview News

Dorgommii Kubbaa miilaa milkaayaa Istadiyoomii Sheeritti

26 May 2023 Aswin Endeman
Kubbaa miilaa Istadiyoomii Sheer Ethiopia

Ji’a Caamsaa guyyaa 12 sanbataa dorgommii garee C kan Liigii olaanaa Itiyoophiyaa xumurame. Ji’oota lamaaf gareen 13 naanno Itiyoophiyaa hunda irraa hirmaatan geeba hinjifachuu fi beeksisuu primarii Liigii Itiyoophiyaatiif waldorgomaa turaniiru.Walmorkii dhumaa Finfinnee irraa  garee Kiflakatama Yekkaa fi naannoo Kibbaa zonii Hadiyyaa garee Hambarichooti.Tapha hawwataan booda Hambarichoon 1-0 mooyateera.Warra hinjifateen baga gammaddan jechaa tapha jaalatamaa ilaaltota baayi’een argamani  fi tapha nama kakaasu Istadiyoomii keenyatti arguu keenyaaf ittgammadnnee jirra.

Dhuma sagantaa irratti,Sheer Itiyoophiyaan gumaacha taasisee fi milkayina sgantichatiif federeshiini  kubbaa miilaa Itiyoophiyaa irraa sartifiketiin dinqisifannaa badhafameera.

በሼር ኢትዮጵያ እስታዲየም የእግር ኳስ ጨዋታ በሼር ኢትዮጵያ እስታዲየም የእግር ኳስ ክለቦች

በሼር ኢትዮጵያ እስታዲየም የእግር ኳስ አድማጮች በሼር ኢትዮጵያ እስታዲየም የእግር ኳስ ተጫዋቾች