Walitti fufiinsa qabaachuu

Taliigaa xurii

waste_management
Addaan baasuu fi irra deebi'sanii itti fayyadamuu

Kosii jajjaboo

Nuti bakka danda’ame hunda irraqtti meeshaalee irra deebisnee ni fayyadamna. Fakkeenyaaf, pilaastika haguuggii giriinhaawusii moofaa xixiqqeessanii mummuruun Abaaboowwan Roozii giriinhaawusii keessatti omishaman ittiin baachuu fi uwwisuuf ni oola. Ujummoowwan jal’isii moofaawwan immoo sireewwan Abaaboo Rooziittiin utubuuf ni oolu,

Yoo meeshaaleen dhuma yeroo tajaajila isaanii irra gahan, gurguruu yookin hawaasa naannichaa isaan barbaadaniif kennuu keenya dura dursinee addaan baasna. Yoo ta’uu baate ni gatamu. Kunis nuti akka naannoo sana keessatti itti fufiinsan akka tarkaanfannu nun dandeessisa.

kosii dhangala’oo

Xuriin dhangala’oo hundinuu ni wal’aanama kan Wetlands.