Waa’ee keenya

Kaampaanii keenya fi bakka itti argamu

overview river in ziway

Sheer Itiyoophiyaa

Sheer Itiyoophiyaan Abaaboowwan Roozii omisha. Abaaboowwan Roozii giriin haawusoota utubaalee sibiilaa fi haguuggii pilaastikaa qaban keessatti omishamu. Tilmaamaan gara hojjettoota 12,500 ta’antu hojiiwwan Abaaboowwan Roozii biqilchuu, sassaabuu, sadarkeessuu fi saamsuu maasiiwwan sadi keessatti hojjetu. Abaaboowwan Roozii miliyoona 2.5 fi miliyoona 4 gidduu ta’antu guyyaa guyyaadhan qophaa’anii gara buufata xiyyaaraa Finfinneetti, sarara xiyyaaraa Itiyoophiyaatiin raabsa dabalataatiif gara Awurooppaatti fudhatamu. Isa kanatu omishtoota abaaboo roozii addunyaarraa guddicha fi dhiyeessitoota Abaaboowwan Roozii awurooppaa nun taasisa.

Itiyoophiyaan akkaataa baay’ee gaarii Abaaboowwan Roozii biqilchuuf ta’an ni qabdi: biyyoo gabbataa, haala qilleensaa mijataa, rooba gahaa ta’e, fi ol ka’iinsa lafaa sirrii. Seektarri omisha abaaboo dinagdee Itiyoophiyaatiif baay’ee barbaachisaa dha. Sheer Itiyoophiyaan gabaa alaa gara Itiyoophiyaa dhufu irraa harka gara 4% dhiyaatu fiduu irratti taphataa guddaa fi itti gaafatamummaa kan qabu dha.

Dhugaalee gammachiisoo tokko tokko

  • biliyoona 1 irra caala kaarboonii irraa bilisa jirmawwan abaaboo roozii bara baraan
  • 4,800 km keessa sararoota cophawwanii sireewwan abaaboo roozii keessa
  • bishaan roobaa meetirkiyuubii 3,921,500 ta’u waggaa waggaatti walitti qabama
  • wal’aansawwan 100,000 irra caalan keessatti hospitaala sheer waggaa waggaatti
  • 6,500 daa’imman keessa manneen barnootaa; 50%qabeenya hojjettoota keenyaa
  • 240,000 ijoollee keenyaaaf nyaatni ni kennama barattoota waggaa waggaadhan
  • iskuweer meetira 6,462 keessaa lafootii jiidhaa bishaan xuraa’aa qulqulleessuuf
  • Sheer Itiyoophiyaan omishaa isa guddaa kan FeertirediiAbaaboowwan Roozii addunyaa keessaa
  • namoonni miidhamtoota qaamaa 116 dha kan itti dabalame humna hojii keenya keessatti
  • Nuti aanaalee adda addaa 36 itiyoophiyaa keessaa namoota ni qacarra