Itti Gaafatamummaa Hawwaasa

Ispoortiiwwanii fi bashannana

football match at Sher football stadium
Ispoortiiwwan

Sheer Itiyoophiyaan istaadiyoomii taphawwan kubbaa miillaa fi saaphanaa irratti keessummeessan kan ofii isaa saayitii irraa ni qaba. Dorgommiiwwan keenya kan keessaa irratti dabalataanis dorgommiiwwan federeeshinii kubbaa miillaa Itiyoophiyaatis ni keessummeessina. garee kubbaa miillaa biyyoolessaa Itiyoophiyaa fi garee gabaa bunaallee keessummeessuu keenyaan ittiin boonna.

Mana kilabii

Manni kilabii Sheer gamoo ta’iiwwan hedduu kanneen akka walga’iiwwan, cidhawwan, paartiiwwan, fi dhiyeessaaf oolan qabuu dha. Hojjettoonnikaffaltii malii ta’iiwwan adda addaatif itti fayyadamuu ni danda’u.