Waa'ee keenya

Seera Amalaa

Seera amalaa misooma Abaaboo Roozii

Akka kutaa mallatteessitootaa misooma abaaboo itti gaafatamummaan addunyaalessaa itti dhaga’amu keessaa tokko ta’uu keenya irraa kan ka’e seera omishaa abaaboo IRBC fudhannee jirra. Seerri kun hojii daldalaa itti gaafatamummaan itti dhaga’amutti qajeelfamoota 12 kenna. Xobbee/birooshariin seera naamusaa cuunfee walitti qabuun madaallii balaatif ka’umsa kan ta’anii fi akkamiin akka meeshaa madaalliitti fayyaduu danda’an kan ibsuu dha. Qajeelfamootni kan irratti hundaa’anis wantoota walitti fufiinsaaf irraa eegaman (OCED- fi qajeelfamawwan UN, seera baasuu,fi waraqaalee ragaa dabalatee) kan hundaa’uu fi yeroo barbaachisaa ta’etti gara kutaa misooma abaabooti ni fudhatama.