Kaampaaniin dhaabbata dhuunfaa itti gaafatamummaan isaa daangeffamaan omishaa Abaaboo Roozii isa guddaa Addunyaa keessati.

Nuti Sheer Itiyoophiyaatti Abaaboo Roozii omishna. Tilmaaman gara hojjettoota 12,500 ta’antu Abaaboo Roozii biqilchuu, sassaabuu, mana abaaboon itti saamsuu irratti maasii sadi keessatti hojjechaa jiru. Hammi Abaaboo Roozii miliyoona 2.5 hanga miliyoona 4 ta’u guyyaa guyyaatti qophaa’ee gara buufata xiyyaaraa finfinnee iddoo gara gabaa Awrooppaa itti raabsamutti ergama. Kunis biqilchitoota Abaaboo Roozii addunyaa keessa tokkoffaa fi dheemshitoota Abaaboo Roozii Awurooppaa nu taasisa.

Akka ijotti dhimma ilaalamu qabu

sheer Itiyoophiyaan kaarboonii irraa bilisa dha.

Waggoota dhiyoo keessatti, kaarboonii irraa bilisomuun kaayyoolee naannoo sheer Itiyoophiyaa ta’aa jira. Akka kaampaaniitti haalojii kaarboonii irraa bilisa ta’uu keenya dhihoo kanatti arganne  labsuu keenyan baay’isnee kan ittiin boonu dha. Kana jechuunis faanaan keenya kaarboonii omishaa fi gurgurtaa Abaaboo Roozii keenyaa bilisa taasisa.
Waa'ee bilisa kaarboonii hunda dubbisaa
Itti Fufiinsa Qabaachuu

Taliigaa ilbiisotaa qindaa'aa

Abaaboowwan Roozii biqilchuu keessatti dhukkubni fi Ilbisoonni waan hin hafnee dha. Garuu,akkamiin dhukkubbii fi ilbiisonni kunnen to’atamuun isaanii kan hin hafnee miti. Sheer Itiyoophiyaan tooftaalee baayooloojikaalawaa fi keemikaalan ala ta’an cimsaa jira.
Dabalata Dubbisaa
Gumaacha keenya kaayyoowwan guddinaa mootummoota gamtoomanii (UN) walitti fufiinsa qabu ilaaluuf fedha qabeessaa?

kaayyoowwan guddinaa walitti fufiinsa ta'anii (SDGs) kuufama kaayyoowwan addunyaalessaa walitti hidhamiinsa qabanii 17 kan "wixinee fooyya'aa fi fuul dura hundaaf irra caalaatti walitti fufiinsa qabuuti". Sheer Itiyoophiyaa keessatti galmawwan 15 keessatti gumaacha bu'aa qabeessa ni taasifna.

Gumaachawwan keenya daawwadhaa
Viidiyoo