Waa'ee keenya

Sheer keessatti hojjechuu

Saayinsii akkaataa Abaaboo keessatti guyyaa guyyaadhan garaagarummaa uumuu
Sheer keessatti hojjechuu jechuun Omishaa Abaaboo Roozii addunyaa keessaa isa guddaa ta’e keessatti hojjechuu jechuu fi induustirii saayinsii akkaataa Abaaboo Roozii keessatti dursaan deemuu dha. Nuti Itiyoophiyaa keessatti seenaa dheeraa fi muuxannoo Abaaboo Roozii omishuu kan qabnuu  dha. Itiyoophiyaa keessatti hojjettoota gara 12,500 qabna.  Dabalataanis sheeriif hojjechuu jechuun qaama garee  hiriyaa ogeessota  keenyaa, guddinaa fi dagaagina dhuunfaaf carraalee hedduu kan irraa argatanii dha. Safuu/sona fi amantiiwwan keessoo keenyaa: Uummata fedha qabeessa, miiltoo kabajamoo, gareewwan adda addaa fi tarsiimoowwan turmaata qabanii dha.
Hojjettoota keenya argadhaa
Sona fi Amantii

fedha qabeessa
Uummata

Nuti ciminaaf kutattoota, fi kichuu dhiyeessuu keenyaan kan boonu, jireenya uummattootaa keessatti qulqullinaa fi halluu fiduuf kutattoota kan taane dha. Nuti qajeeltummaa tilmaamna, mul'ata kan kabajnuu fi yeroo hunda waan jenne kan raawwannuu dha. Nuti dandeettii ogummaa dhuunfaa fi garee keenya ni guddisna.

Kabajamoo
miiltoo

Nuti maammiltoota, biqilchitoota fi hawaasawwan waliin gamtoominaan amanamoo dha; amanamtummaa fi iftoomina kan ijaaranne dha. Nutii isaan kanneen biroo kan keessummeessinu akkuma nuti ofii keenyaa tajaajilamuu barbaannutti; nuti waliin guddanna

garaa gara
gareewwan

Yaadni garaa garaa kan dhufu gareewwan garaa garaa irraa irraati: nuti hunda hammattoota, nuti gufuuwwan irraa kan barannu dha, fi milkaa'ina keenya kan waliin ayyaaneffanuu dha. Nuti saaxilamummaa kan agarsiisnu fi itti gaafatamummaa fi amanamummaan kan raawwannuu dha

Turmaata kan qabu
tarsiimoowwan

Nuti kaayyoowwan keenyaaf fedhii cimaa qabna, murtee kennuuf ragoolee irratti kan hundoofnu, yaada haaraa burqisiistota. Nuti tarsiimoo yeroo dheeraa fi murtee kennuu yeroo gabaabaa fuul duree uummata, hawaasawwan fi naannoo keenyaa ijaaruuf kan fayyadamnuu dha.